1 Yefthani nami janni Gileadi ilma sharmut'aati. Abbaani isaa Gileadini
Namicha gudda askarti Shamu, ka Naamani jed'ani, toko jira, ka hayyuuni Shamu guddo d'ugeefate ulfeese, wonti akanatiifi AABBO Waaqi maro Naamanitifi askarti Shamu nyaapa dabsachiise. Inni nama jaba janna toko, ammo d'ukuba hama aka qomaat'a qaba.
Dura deeme, nama d'ibile hima re? Waan Gideonitifi Barakafi Samsonifi Yefthafi Daudifi Samuelifi raagoota ch'ufa amma himu indandau.
Achiti biyyafi worri gugurdaani ka gosa Israeli walgaafatani waan jed'ani yo nu worra Amoni haanu eenuti abba duula nu taha? Ka had'iisa kana keesaa abba duula tahu, gudda nama Gileadi keesa jiru ch'ufa taha.
ilmaani d'ibile ka niitiini isaa d'alte, qaba; ilmaani tunini gugurdannaani Yeftha worra isaani keesaa baafte waan jetteeni waan tokole aabbo ira ind'aaltu, atini ilma haad'a d'ibiiti.
Malaikaani AABBO Waaqa fulla suniti isati d'ufte waan jetteeni, Atini namicha janna jaba, AABBO Waaqi si woliini jira.
Jennaani AABBO Waaqi Gideoni, Baraki, Yefta erge, anale erge. Nu namu harka nyaapa keesaa isaani baafne, isani nagayaani teetani.