Isaya 7:17 - KITAABA WAAQA17 AABBO Waaqi siifi worra kanketifi gosa tantele guyya gaargala hama, ka haguma gaafa hayyuma Yudatifi ka Israeli gargari baasani takaa inargini itiini d'ufa, gaargala suni hayyu Ashuruti worratiini d'ufa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!