Isaya 66:20 - KITAABA WAAQA20 Worri nama gosa teesani ch'ufa gosa d'ibi keesaa galche naa kenna. Duuba fardaafi gaangeefi gaalafi gaarini gaara kiyya qulqullo Yerusalemutini d'ufani, akuma worri Israeli mid'aani Waaqaa baasani miha woyyuti naqe mana Waaqatini d'ufu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |