Isaya 6:4 - KITAABA WAAQA4 Qonqooni worraa yayaba Mana Waaqaa chochoofte, Mana Waaqale aari guute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anini AABBO Waaqa, ka d'aatu fulla sorio iti qalani eju arge. Inni waan jed'e, Fiit'e utuba Mana Waaqaa d'ai, aka mikhikili balbalaa chochou. Utuba suni fiit'e iraa ch'ach'absi, aka fiit'eeni suni nama arti jiru ch'ufa ira jiddu. Duuba anini nama hafe kaani ch'ufa goraadeeni balleesa, tokoleeni na dura bahe imfiigu.