Isaya 57:19 - KITAABA WAAQA19 Anini nama fagootifi ka d'iole nagaya isanii kenna jed'e worra fayyisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaari lolaa, ka fardi hirkisu, Israeli keesaa balleese, fardoole Yerusalemu iraa fuud'a; ammalle guube lolaa ch'ufa imballeesani. Hayyuuni keesani gosa ch'ufa nagaya tolche, baariini toko fuud'e baariini d'ibii d'aabe, Galaana Efratiiti fuud'e muumme lafale ch'ufati d'aabe lafa ch'ufa fida.