Isaya 57:13 - KITAABA WAAQA13 Hojja isani qarqaarsa kad'attani, waaqooti teesani ta d'ara suni ha isani qarqaartu! Waaqooti suni ufiftu qilleensi diqaani tokoleeni afufe balleesa! Ammo worri na d'ugeefatu lafa tana keesa tae Mana kiyya keesati na kad'ata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |