Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Isaya 53:8 - KITAABA WAAQA

8 Isa qabani, wollaala iti murani, ijeechaa geesani. Nami tokoleeni waan isa tolchani suni iyyaalle. Isa maro daba gumi teennatifi ijeesani.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Isaya 53:8
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Fulla nami wolti bahu ch'ufati waan kiyya hasaani, nami machaeleeni waan kiyya sirba.


Yayu reefa keesati na lakisani, anini nama fit'ani awaala keesa ch'iisu fakaad'a, ka atini deete, qarqaarsa kanke ch'ufa iraa kute.


Tanaafi anini fulla guddinna ta hayyooti gugurdoni irre qabdu teetu isaa kenna. Waan inni fed'i ufitini jireenna ufi baase worra ch'ubbu woliini duefi. Inni ch'ubbu nama heddu fed'ate, ammalle aka ch'ubbu worra suni araaramanifi Waaqa kad'ate.


Ammo maro daba keennatifi isa woraanani, maro ch'ubbu teennatifi isaa d'aanani. Maro gaargala isaatiifi nu nagaya arganne, maro d'aanicha isatifi nu fayyisani.


Anini ilme hoola ta laanuma nama qaallu gula deemtu fakaad'a aka nami, worri tae iti malatu ana, imbeekanne. Worri waan jed'e, Koota, mukha ato inni jiid'aatu murra; ammalle namicha kana lafa keesaa balleesina, aka nami deebie isa inqaabanne.


Bisaaleeni na liqimsani, ufi sodaad'e waan lubbuuni na keesaa baatu ufi sehe.


Eegi bari sunini dabre, namicha Waaqi fohate kaani akanumati ijeesani wollaala male. Duuli hayyicha jaba toko lafa suni had'e dirafi Mana Waaqa balleesa. Duuba muummeeni akuma lolaa fach'aate, woraanafi badi Waaqi kurfeeseni d'ufti.


Kunini kitaaba maqa worra Yeso Kristoni keesaa d'alate. Yeso Kristoni d'aloota Daudi, Daudini d'aloota Abrahamu.


Yahudiini waan jette, Nu seera qamna, seera keenna suni gula inni duu male, waan inni Ilma Waaqa ufiini jed'eefi.


Isa diqeesani, qorsuma d'uga iraa d'owani. Eenuti waan d'aloota isaa hasaa? Jireenni isaa lafa keesaa la hobae.


ammo gara Lubbu Qulqullo gula aka inni Ilma Waaqa jabeennaani nama agarsiisani, waan duisa keesaa isa kaasaniifi.


Wonti akanatiifi Kristoleeni nami dansaani maro nama hamatiifi due. Inni maro keesaniifi maro tokotu due, aka akasiini Waaqati isani deebisu. Nafa isa ijeesani ammo lubbuuni isaa injirti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ