Isaya 53:12 - KITAABA WAAQA12 Tanaafi anini fulla guddinna ta hayyooti gugurdoni irre qabdu teetu isaa kenna. Waan inni fed'i ufitini jireenna ufi baase worra ch'ubbu woliini duefi. Inni ch'ubbu nama heddu fed'ate, ammalle aka ch'ubbu worra suni araaramanifi Waaqa kad'ate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Atini d'akha nami indarbini, ka fiit'e d'akha d'ibi iraa ch'ee, akheekha sibiila guraachafi sibiila diimafi faarafi qarsifi worqiini mid'aasani d'ae agarte. Ee hayyicha, Waaqi guddaani waan taka tana taha si garsiisuu jira. Anini waan atini oobjateefi waan isiini d'ooftule ch'ufa, ka diqole iraa ingorini, ya siti hime.