Isaya 52:8 - KITAABA WAAQA8 Worri lafa eegu gammaddani wolti lalaba. Worri iluma ufitini aka AABBO Waaqi Sioniti deebiu arga! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.