Isaya 52:12 - KITAABA WAAQA12 Isani hurre yaatani imbaqatanile. AABBO Waaqi keesani isa dura deeme, moga ch'ufa isani qorqorata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja sagale jila suni nyaattani, qit'a bukho qabu inyaatina. Haga guyya torba qit'a bukho inqamne nyaad'a akuma gaafa lafa Misiri keesaa baqatani tolchitani. Qit'a kana, ka qit'a gaargala jed'ani, nyaad'a, aka isani haga jirtani guyya lafa Misiri, ta isani keesati gaargaltani, keesaa baatani qaabattani.