2 Ababo keesani Abrahamufi Sara ta isani d'alte qaabad'a. Gaafa anini Abrahamu yaame inni ijoolle inqabu, ammo anini isa eebise, ilmaani kenneefi daraarse.
Namicha, worri dira Israeli ka bade ona tae suni keesati galu, waan jed'u, Abrahamuuni nama toko ch'alla, ammo lafa ch'ufa isaa kennani; nu nama heddu, tanaafi lafti teennuma.