8 wonti akanatiifi Waaqi ka na kalchu d'aatu tiyya jira. Nami dandae gaadisati na geese na himatu eenu? Dubbini teenna ha jaarole dura d'at'u! Inni ha himatuti!
Dubbi falama keesa, ta looni taanaani, ta harre taanaani, ta hooliye taanaani, ta woya taanaani, yokhaani ta waan d'ibile taanaani, worra lamaani wolfalme suni ha fulla Waaqa iti kad'ataniini d'ufani. Nami Waaqi wollaala iti mure ha waan falme suni maro lama nama falmeeni kaani baasu.
AABBO Waaqi waan jed'u, Koota, dubbi tana ilaala. Ato dabi keesani diimatele adi aka aanani tolchani, Ato inni aka male diimatele adi aka ch'aama tolchani.
Yo nami si himate koraa si yaamani, hurrisi wold'aqa yokhaani inni jaarole si kenne, jaaroleleeni askartiti si kennite, askartileeni mana hid'aansa keesa si buufti.