Isaya 41:29 - KITAABA WAAQA29 Waaqooti akana kunini ch'ufti woma keesa injirtu; isiini dandeete woma intolchitu — irreefi jabeenna womatu tokole inqabdu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nami waaqoota d'ara ta harkaani mid'aasani ira wo eegate nama wo himule wo gaafata, ammo dubbi d'araatiifi ta woma keesa injirre iti himani. Nami gari waan oobjuuni d'ooftu hima, ammo d'uga ira isani gorsa; worri sunini qarqaarsa woma imbaanne isanii keenna. Tanaafi biyyiti aka hooliye badde yayaati, aka nama nama tissu inqamne, gaargalti.