14 Waaqi beekhaafi hubachaafi mala woini tolchani eenu ira fud'ata?
Gaafasi lafti duwa, fuula inqabdu, aka injirtu, ammalle dukanti d'immu bisaani gubbaa jirti. Irreeni Waaqa guddooni bisaani gubbaa dedeemti.
Nami dandae Waaqa, ka hayyootale qoru, imbarsiisa?
Eenuti, Akana tahi isani jed'a? Yokhaani eenuti ya woyakite jed'aani?
Gaafa anini duri yayaba lafa jaare atini arti jirta? Yo atini guddo wo beete, me naati himi.
Seera kanke na guuchisiisi; waan inni na gammachiisufi.
Anini waaqoota d'ara suni millad'e. Worra, nama tokole ka wo jed'u, d'abe. Worri nami tokoleeni ka waan anini gaafad'e nati himu injiru.
Isati qalibifi herega Waaqa ka d'ossani, namaa mullisa.
Galati dansaani ka namaa kennanifi ka namaa baasani ch'ufti gubba gadi d'ufa, fulla Waaqa, ka ifsa gubba uume. Inni injijiramu yokhaani garingalu.