Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Isaya 39:2 - KITAABA WAAQA

2 Hezekiani worra ergaani d'ufe suni aka dansa d'ieese, durooma qabu ch'ufa worra garsiise — qarsi worqi, qumbifi qayya, ammalle miha isaa ka lola ch'ufa. Wonti inni olikaye ka mana isaa keesa jiraatiifi ka fulla d'ibi jiraleeni ka inni worra ingarsiisini injirtu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Isaya 39:2
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isiini waan d'ufteeni ch'ufa Solomonii kennite: Worqi haga kilo kuma afurifa, ammalle qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'u muumme inqamne. Taka nami haga qumbi isiini kenniteefi suni inkennineefi.


Araftitifi worri gugurdaani lafa Israeli arda arda mohatu isa baasele argate.


Isiini namafi geejiba gaala hedu, ka qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'ufi worqi muumme inqamne baatu woliini d'ufte. Isiini Solomonini woli arginaani waan garaa qabdu ch'ufa gaafate.


Nami fulla ch'ufa d'ufe ch'ufti woini d'ufeefi — waan qarsifi worqiini mid'aasanifa, woya fa, miha lola fa, qumbifa fardaafi gaangele. Waan kana ganna ch'ufa akasuma d'ufaniini.


Hezekiani worra ergaani d'ufe suni olseena jed'e durooma qabu ch'ufa worra garsiise — qarsi, worqi, qumbiifi qayya, ammalle miha isaa ka lola ch'ufa. Wonti inni olkaye, ka mana isaa keesa jiraatiifi ka fulla d'ibi jiraaleni ka inni worra ingarsiisini tokoleeni injirtu.


Ammo Hezekiani aka hama kiyyibe, galata wollaale, waan AABBO Waaqi tolche ded'e, jennaani wollaali isaa suni Yudafi Yerusalemu badi itiini d'ufe.


Hayyu Hezekiani aka male woi horate gurra baafate.


ammalle gaafa jari jaaroleeni Babiloni isati ergite d'ufe waan akheekha waaqi tolche isa odeefate, Waaqi Hezekia yalabahe, aka akasiini isaa ilaalate, waan garaa isaa keesa jira hubatu.


Hayyitiini Sheba gurra Solomoni d'ageete jennaani, imaltu gara Yerusalemu d'at'e, dubbi jajabdu isa gaafate. Isiini namaafi geejiba gaala heddu, ka qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'ufi worqi muumme inqamne baatu, woliini d'ufte. Isiini Solomonini woli arginaani waan garaa qabdu ch'ufa gaafate.


Isiini waan d'ufteeni ch'ufa Solomonii kennite: Worqi haga kilo kuma afurifa, ammalle qumbifi d'akhaaye ch'uch'ulut'u muumme inqamne. Qumbiini haga qumbi hayyitiini Sheba hayyu Solomoni d'ufteeni dansa taka nami lafa keesati inagarre.


yokhaani, hori gudda qaba jed'e taka inkiyyimne.


Waan ch'ufa ira, herega kanke tissi, wonti akanatiifi heregi kanke suni madda jireenna sii taha.


Lafa ira nami tokoleeni, ka hojja ch'ufa d'uga tolche wollaala inqamne, injiru.


Eenuti garaa namaa hubata? Wonti aka garaa namaa nama soba injirtu, waan nami dandae fayyisuniti.


Ammo aka ufi guddisu na d'owani maro waan dansa ka anini argeetiifi, nafa kiyya keesa qoraatiini na woraante; wonti na d'ukubse suni aka ergattu Sheet'ana taate na gaargalchite ufi guddisu na d'owarte.


Yo, Nu daba inqamnu jenne, ufi somne, d'ugaani nu keesa injirtu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ