Gumi mata jajabdu, ta na diddu tana mammaasa kana iti himi waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Okote bisaani guuti, ibida ira d'aabi.
Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.