22 woya mimid'aadu aka heddu ta worri naqatufi, borsaafi
qube worri qubati naqatufi ta funnaaniti mat'anfatufi
woya nafi namaa keesaani mullatuufi woya booftatiifi gaarbisarafi, hagogo worri matati uyifatu — waan kana ch'ufa inni worra iraa fuud'a.