Isaya 26:13 - KITAABA WAAQA13 Ee AABBO Waaqa keenna, si male nami d'ibiini ya nu mohate, ammo maqa kanke male maqa d'ibi imbeennu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nami fiit'a nama due suni, ka huji awaala isaa harkaa qabu, reefa isaa baate mana keesaa baheeni nama mana keesati hafe yaame waan jed'uuni, Nami eegeti si woliini hafe injira? Duuba nami hafe kaani waan jed'uuni, Hiyo, tokoleeni injiru. Jennaani namichi fiit'aa kaani waan jed'uuni, Afaani qabad'i, nu maqa AABBO Waaqa d'aule himmalle.