Isaya 20:4 - KITAABA WAAQA4 Hayyuuni Ashuru nama inni lafa lamaani suni keesaa boojie ch'ufa qulla boojie itiini d'aabata. Worri sunini, diqaafi guddaleeni, kobeefi woya male qulla yae huddu ufi mullise akasiini worra Misiri ch'eersa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |