Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Isaya 2:21 - KITAABA WAAQA

21 Hojja AABBO Waaqi lafa chochoosuu d'ufu, biyyiti boolafi goda d'akhaati d'okhati, aka dallansu isaa duraa baqate, jabeennaafi guddinna isaa duraa baatu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Isaya 2:21
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Worri nahe hollate fulla keesati d'okhate gayae.


Worri goda d'akhayetifi boola d'akhaye keesaa qotanile keesati gala.


Waaqi lafa chochoose, utuba isii olqabu roraasa.


Ato guddinni kiyya si d'aatu dabru anini si fuud'e goda d'akha keesa si kaye harka kiyyaani siti ch'ufa, haga anini dabruti.


Atini akuma sabaliisa baqaqa d'akha keesati d'okhatu jirta. Fuula kanke mid'aaga na garsiisi, qonqo tante laayo na d'ageesisi.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhate, yokhaani lafa keesati boola qotani aka dallansu AABBO Waaqa dura baqatani, jabeennaafi guddinna isaa duraa bahani.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.


Nami mudamsu baqatu ch'ufti boola keesa bua, ammalle nami boola baqattu t'urura keesa bua. Bokayi gubba farqate, yayabi lafaleeni chochoa.


AABBO Waaqi waan gosa ch'ufaani jed'u, Anini amma kae wo hojad'e irre tiyya garsiisa.


Worri sunini ch'ufti d'ufe, baleefi goda ke qubate, mukha qoraatitiifi lafa horiini keesa oolule ch'ufa guuta.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini worra qurt'umi guuru heddu ga yaama, ka d'ufe worra kana guuru. Duuba eegi suni nama adamo ka gaareenifi kubileefi goda d'akha keesa ch'ufa worra barbaadu gadini d'ufa.


Fulla worri Israeli wollaala tolche fiit'e gaara irati waaqoota d'ara kad'atu, ta dira Aveni keesa, imballeesani. Qoraatifi doobiini fulla worri sorio irati baasu irati baati. Worri ufi jibbaate gaareeniini, Nu d'ossa jed'e, kubileeni, Nura jiga jed'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ