Isaya 19:6 - KITAABA WAAQA6 Bisaani galaana, suni hammaatani ajaani laana fooqatani. Ilaadufi aalaani gogoge, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Lafa suni keesa jara ergani tokoti, jira, ka hobolo ilaaduni mid'aasanini bisaani galaana gubba yau. Isani, jari ergattu kunini, ka yoosu armaani bahe, kaa gala! Lafa teesani ta galaani gargari kute, ta gochiti jabduuni irre qabdu keesa teetu, ta nama d'ed'eera nafi qulqullicha, ka nami lafa ch'ufa sodaatu qabdu d'aamsa kanaani iti gala.