Isaya 17:7 - KITAABA WAAQA7 Guyya suni biyyiti Waaqa qulqullo Israeli ka worra uume d'at'e qarqaarsa kad'atti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Eegi jilti sunini ch'ufti dabarte, worri Israeli ch'ufti dira Yuda ch'ufa d'aqe d'akhaaye old'ad'aabani ch'ach'abse, akheekha waaqa d'ara ka Ashera jed'ani ch'ire, fulla sorio iti qalanifi ta waaqa d'ara iti kad'atanile balleese. Akasuma lafa Yuda ch'ufafi ta Benjaminitifi ta Efraimutifi ta Manase keesati tolchani, kaani worra ufiti galani.