8 Mukha d'ed'eeraafi hind'eesi Lebanonileeni hayyu balleesani suni iraa gammada, wonti akanatiifi inni ya bade, nami amma deebie worra ch'iru injiru!
Qonqooni AABBO Waaqa hind'eesa ch'absite, hind'eesa Lebanonile balleesiti.
Atini qonqo namaani ergite d'aade waan nani jette, Anini gaari kiyyaani fiit'e gaareeni Lebanoni ch'ufa kore dabsad'e. Ammalle anini yayu hind'eesa d'ed'eeraafi mukeeni haru ch'ufa ch'irad'e badda keesa lit'e fulla ch'ufa gahe.
Hojja anini mukha suni boola ekhera keesa buusu, dibbeesi lafa d'aicha isaa gosa ch'ufa chochoosa. Qaariitini isaa suni mukha Edeni ch'ufafi mukeeni Lebanoni ta bisaani burqa gubba ejaanjitu ch'ufa ta boola ekhera d'at'e, guddo gammachiifti.
Mukha haru, lalefad'a boha — hind'eesi ch'ufti ya qaqarie; mukha dadansa suni ya balleesani! Gadda Bashani, boha, ooa — badda guddo ya ch'irani balleesani!