Isaya 14:6 - KITAABA WAAQA6 worri sunini qara dallansuuni biyya dabse, gosa dabsate sunile taka gaargalchu illakimne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
anini gosa mirga teetu ch'ufafi hojatu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni yaame, lafa tanaafi nama isi keesa taufi lafa d'aatu jirtu ch'ufa haasisa. Anini gosa Yuda tanaafi gosa worra d'aatu teetule balleese lafa worrale haga jiru jireenna onse waan nami hojja qaabatu ch'ufa iraa rifatu tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.