18 AABBO Waaqi waan jed'u, Koota, dubbi tana ilaala. Ato dabi keesani diimatele adi aka aanani tolchani, Ato inni aka male diimatele adi aka ch'aama tolchani.
wonti akanatiifi Waaqi ka na kalchu d'aatu tiyya jira. Nami dandae gaadisati na geese na himatu eenu? Dubbini teenna ha jaarole dura d'at'u! Inni ha himatuti!
Ch'ubbichi ha kara ufi lakisu, nami hameenna gula deemu ha herega ufi garagalfatu. Inni ha AABBO Waaqa keennati deebiu. Duuba inni naheefi hurrise araaramaafi.