Isaya 1:17 - KITAABA WAAQA17 aka waan dansaa tolchitani barad'a. D'uga barbaada gula yaa, nama dabsani barbaada, ilmaani hiyyeeyi waan isii kennafi, nad'eeni hiyyeeyile dubbad'afi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anini maro heddu raagoota hojattu tiyya isaniti erge worrileeni isani gorse waan jed'e, Isani nami ch'ufti hameenna lakisa, waan d'uga gula yaa. Waaqa d'ibi gula yaatani inhojatinafi. Duuba yo suni, lafa anini ababoota teesani kenne nagayaani keesa teetani. Ammo isani dubbi tiyya ind'ageenne yokhaani na jalaa inqamne.
Sagaleeni tunini ta worra gosa Lawiti wonti akanatiifi worri qooda lafa inqabu: ammalle sagaleeni suni ta keessumatifi ta hiyyeeyitifi ta nad'eeni d'iirsi ira due ta dira keesaani keesa teetuti. Worri ha d'ufe nyaate quufuti. Waan kana tolcha, duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.