Huji Ergattu 8:35 - KITAABA WAAQA35 Jennaani Filiponi fulluma t'aafi suni iti keyate waan Yeso isati hasae. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.