34 Namichi kaani waan Filiponi jed'e, Raagi eennu baana? Ufi baana mo nama d'ibi?
Jennaani gumi biraa deeme manati gale. Jari isaa gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Mammaasa raafu oobru keesa diideesi nuti himi.
Jennaani Petroni, Mammaasa kana nu diigi jed'eeni.
Jennaani inni kae deeme. Namicha sangisisani toko jira, ka lafa Sidaama. Inni nama gudda ka hayyiti Sidaama ta Kandake jed'ani jala hojatu, ka hori isii qorqoratuufi. Inni Yerusalemu d'ufe, aka Waaqa kad'atu.
Isa diqeesani, qorsuma d'uga iraa d'owani. Eenuti waan d'aloota isaa hasaa? Jireenni isaa lafa keesaa la hobae.
Jennaani Filiponi fulluma t'aafi suni iti keyate waan Yeso isati hasae.