28 Aka nama Misiri kaani ijeefte nale ijeesu feeta?
Namichi waan jed'eeni, Eentu hayyufi jaallaba keenna si tolche? Akuma kale namicha Misiri suni ijeefte nale ijeesu feeta? Jennaani Musani sodaate waan ufiini jed'e, Ada woni anini tolche ya beekhamte!
Ammo nu qara aka inni Israeli baasu abdanne. Tana male, arriti guyya sadeeso haga wonti kunini taate.
Oboleesa gosa isaa toko ka d'aanani arginaani inni isa qarqaare, haalo baaseefi, nama Misiri kaani d'ae ijeese.