Huji Ergattu 5:41 - KITAABA WAAQA41 Ergattuuni ta gammada qabdu kaate jaarole kora biraa yaate, waan Waaqi maro maqa Yesotiifi gaargalafi ch'eera worratiini d'ufeefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Isani worri AABBO Waaqa saalfate isa sodaatu, waan inni jed'u ch'aqasa: Waan isani nama kiyya taatanifi, nami keesani ka gari isani jibbe, isani hanqata. Worri isani goyeese waan jed'u, AABBO Waaqi ha guddinna ufi isani agarsiise isani baasu, aka nu akasiini gammada keesani agarru. Ammo worruma akasi jed'u suni ch'eersani!