Huji Ergattu 5:21 - KITAABA WAAQA21 Akasi d'ageennaani worri Mana Waaqa ganamaani duude nama barsiise. Jennaani Qaallicha Guddafi waheli isaa ch'ufti d'ufani, jaarole kora wolti yaamani, akasi jechaani jaarole ch'ufa ta gosa Israeli jecha; duuba nama mana hid'aansati ergani, ergattu yaamani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |