Huji Ergattu 5:20 - KITAABA WAAQA20 Beena, Mana Waaqa d'aqa, dubbi jireenna hareesa kana hasaa, nama barsiisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Duuba ato nami ch'ufti tae ch'aqasu, Barukuni dubbi anini jed'e taani woraqata iraa soome. Inni hojja woraqata suni biyyaa soomu fulla mana Gemaria ilmi Shafani, ka tatabe t'aafu iti galu, ka d'aatu Mana Waaqa jiru jira. Mani inni iti galu sunini naabo oli keesa jira, d'aatu Fullo Hareeti Mana Waaqatini seenani.