22 Namichi fayyisani kaani ganni isaa afurtama ira jira.
Niitiini toko, ta d'iigi ganna kud'ani lama keesaa yae, isa duddaduubaani d'ufte, handaara woya isaa tut'e.
Niitiini toko ta jinniini haga ganna kud'ani saddeeti fayya d'owarte achi jirti; isiini gajette dandeete aka dansa olinqajeltu.
Nama tokoti jira ka ganna sodomi saddeeti fayyad'abaani ch'iise.
Ato Yesoni deemu, inni nama toko ka haga d'alate balla arge.
Nama toko ka haguma d'alate miili naafateeti jira. Guyya ch'ufa isa fuud'ani, fulla balbala Mana Waaqa ta mid'aadu jed'ani kayani, aka inni nama Mana Waaqa seenu hori kad'atu.
Duuba kori kaani maro nami ch'ufti waan argeefi Waaqa faarseefi, waan worra tolchu d'abe iti seere galakise.
Eegi gallakisani, worri gumiti dachae, waan qaalole gugurdofi jaaroleeni worraani jette ch'ufa gumiti hasaani.
Achiti inni nama toko ka Ainea jed'ani arge, ka haga ganna saddeeti fayyad'abe kokotae sire ira ch'iise.