Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Huji Ergattu 28:9 - KITAABA WAAQA

9 Waan kana tolchinaani nami fayyad'aba qabu, ka lafa suni keesa jiru ch'ufti d'ufe fayye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Huji Ergattu 28:9
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Eegi worri lafa suni ch'ufa ke yae haga Pafo taake, falfalticha toko argani, ka Bar-Yeso jed'ani.


Worri guddo wo nuu kenne, guyya nu kaanele worri waan nu feenu ch'ufa nuu kenne.


Abbaani Publio fayya d'abe qannate d'iiga albahe. Pauloni fulla isaa olseene Waaqa kad'ate, harka isa ira kaye isa fayyise.


Harki ergattu akheekhafi waan mama heddu gumi keesati tolche. Worri ch'ufti garaa tokooni balbala Solomoni jed'aniti wolwoldae.


Maro waan kanatifi nama fayyad'abe sireefi itile ira ch'iifsisani karaati geesani, aka yo Petroni achi dabru gandiduni isaa worra ira baatu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ