Wonti dira suni ka kiyyibe irre ufii d'aabate waan bahu ufi sehe tolchani tana. Worri waan dira isaani male diri d'ibiini lafa keesa jiru insehu. Ammo amma diri sunini me re? Yayu one bade, bineensi iti galeeniti? Nami d'aatu bahu ch'ufti maadefate afaani qabata.
Ammo nama daafanafi kiyyibafi hamafi nama nama ijeesufi algalaafi ka murma baafatufi ka waan harkaani boch'ani guddisuufi ka nama sobu, fullaani worraa galaana ibidaati, ka duisa lameeso.