Huji Ergattu 28:23 - KITAABA WAAQA23 Guyya tolfatani, nami hedduuni fulla Pauloni tau d'ufe. Inni diirama haga galgala achiti worra barsiise waan finna Waaqaa worraa diige, waan Yeso ka kitaaba Seera Musatiifi ka raagoota keesati t'aafani worra agarsiise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |