21 Maro waan kanatifi Yahudiini Mana Waaqa keesati na qabde na ijeesu feete.
Ato torbaani diquma inhobaiini, Yahudiini Asia Mana Waaqa keesati isa argite, jennaani gumi ch'ufa iti kaafte Paulo qabde waan jette,
Haga inni dubbi tana jed'u ch'ufa ch'aqasani jennaani qonqo olfud'atani waan jed'ani, nama kana lafa tana keesa balleesa jiraachu himmalle.
aka inni worra qarqaare haga Yerusalemu nama erge Paulo fuud'u. Wonti akanatiifi Yahudiini qara aka kara keesati isa eegani ijeesani mariatte.