4 Dubbi d'eertuuni si gaargalchu imfed'u, tanaafi amma si kad'ad'a, dubbi teenna diqo tana d'agayi.
nu guyya ch'ufa fulla ch'ufati waan nu waan kana arganneefi galata sii deebimna.
Nu nama kana ka nama gaargalchu argine; inni fulla deemu ch'ufati Yahudi yaka; inni gudda worra Nazarayoti.
Waaqi herega isaa ka d'ossa nati mullise na beesise. Anini waan kana ya diqo toko t'aafe,
Adabi keesani ka laana ha namati mullatu. Aabbooni d'iotu d'ufa.
Dura deeme, nama d'ibile hima re? Waan Gideonitifi Barakafi Samsonifi Yefthafi Daudifi Samuelifi raagoota ch'ufa amma himu indandau.