29 Aka worri waan seera ufitiifi isa himatani arge, ammo waan isa ijeesu malaniifi yokhaani waan isa hid'u malaniifi tokole ingarre.
Jennaani jaaroleefi gumiini ch'ufti waan qaaloleefi raagootaani jette, Nami kunini maqa AABBO Waaqa keennatini nuni dubbate, tanaafi inni duu himmalle.
Ammo yo waan dubbitiifi maqafi waan seera keesani ch'allaa taate, isanumaani ilaalad'a. Anini waan akana kana inqoru jed'e.
Yo anini wollaala qabaad'e yokhaani waan duu maleefi tolche, anini duisa indidu. Ammo yo wonti na himataniifi kunini injirre, nami tokoleeni dandae harka worrati na inkennu. Anini Kaisari kad'ad'a.
Ammo anini waan inni duu maleefi inargine, ammalle maro inni aka gara Kaisari deemu kad'ateefi, anini ya aka isa ergu buufad'e.
Eegi worri kakae, woliini hasaani waan jed'ani, Namichi kunini waan duisatiifi ka hid'aniifi tokole intolchine.
Eegi dubbi tiyya qorani, na gadilakisu fed'ani, waan wonti anini duu maleefi tokoleeni injirreefi.
Yo nami waan guddo hamtu ka isaa ijeesa tolche isa fannisani ijeesani,