16 Ammo ilmi oboleeti Paulo dubbi tana d'ageennaani mana askarti olseene Pauloti hime.
Ilmi Abiathari ka Yonathani jed'anifi ilmi Sadoki ka Ahimaasi jed'ani maddo Enrogeliti gorani aka worra dira seenu nami ingarre. Duuba intalti hojatu toko hojja ch'ufa d'ufte odu lafaa worrati himte, worrileeni deeme hayyu Dauditi hima.
Inni jaarole mala dura balleese, herega worrale d'aanfa.
Yo AABBO Waaqi si jibbe, wonti tokoleeni ta atini qarqaarsa iraa argattu injirtu, qarooma taanaani, beekha taanaani, malalle taanaani.
Aka ch'ubbicha malate mana nama d'ugaa ch'abse saamatu intahini.
Fed'i AABBO Waaqa ch'allati guyya ch'ufa guutama.
Gumi keesa nami gari aka toko iye, ka gari aka d'ibi iye. Hubachu dad'amnaani, Fulla askartiini bultu geesa jed'e.
Ato mana askartiti geesanu, Pauloni waan gudda askartitiini jed'e, Siini dubbachu fed'a. Inni, Afaani Griki dubbachu imbeeta? jed'e gaafate.
Moromaani aka taka inargiini d'umnaani guddaani askarti waan worri Paulo qabe gargari tarsaasu sehe. Tanaafi askarti iti erge, aka isiini gadi buute harka isaani keesa irreeni isa fuute mana ufiti isa galchitu.
Pauloni askarticha toko yaame waan jed'eeni, Kaima kana gara gudda askarti geesi. Inni woi iti himu fed'a jed'eeni.
Boriyya askartiini miilaani yaatu worrati dachaate, ammo askartiini fardo yaabattu dabarte.
Askarticha Paulo tissuuni, Aka dansa isa eegi ammo inhid'iini, aka jaalaani isaa waan inni fed'u kennituufi ind'owiini jed'e.
Wonti akanatiifi wonti nami lafa qarooma sehu fuula Waaqa durati woma imbaatu. Akuma t'aafiini jettu, Waaqi nama qaro qarooma isaa keesati t'urura keesa kaya.