12 Worri kaani kaima kaani ka jiru fuud'ani garaa jabaatani.
Waaqi keesani waan jed'u, gumi tiyya garaa jabeesa, garaa jabeesa!
Eegi inni oldeebie qit'a ch'abse nyaate, haga baraaqa d'eereese hasae, duuba kae deeme.
Pauloni haga Aso miilaani deemaa kanaani, Hobolooni koota arti na fuud'a nuuni jed'e, duuba nu hobolooni dabare Aso yaane.
Gaargala keenna ch'ufa keesati nu qarqaara, aka nuleeni dandeenne nama gaargala qabu ch'ufa qarqaarru, qarqaarsa nu Waaqa ira arganne suniini.
Maro waan kanatifi anini isa gara keesani erga, aka waan nuuni ch'ufti keesa jirru inni isani beesise garaa isani jabeesu.
oboleesa keenna Timotheo, ka nu woliini Waaqa hojate Odu Dansa ta Kristo odeesu ergine. Nu isa ergine, aka inni isani jabeese d'ugefacha teesani qarqaaru,
Tanaafi dubbi tanaani woljabeesa.
Maro waan kanatifi woljabeesa, wolqarqaara, akuma amma tolchitani kana.
Nu isani kad'anna, oboleyaani, worra woma inhojanne gorsa, nama ch'eeru jabeesa, lalaafa qarqaara, nama ch'ufa obsa.
Aabbo Yeso Kristofi Waaqi Abba keenna, ka nu jaalate eeba ufitiifi jannooma hegerifi abdi dansa nuu kenne,