14 Ilmaani torbati jira, ta Qaallicha Yahudi Gudda, ka Skewa jed'ani, ta waan kana tolchite.
Yahudiini gari, ta lafa ch'ufa keesa yayaate jinni nama keesaa baafte, maqa Yeso Kristotiini jinni nama keesa yaasu iti gamte waan jette, Anini maqa Yeso, ka Pauloni barsiisuuni si abaara jed'ani.
Jinniini waan worraani jette, Anini Yeso imbeekha, Paulole imbeekha, ammo isani eennu kana?