Huji Ergattu 18:26 - KITAABA WAAQA26 Soda male mana Waaqa iti kad'atani keesati barsiise. Prisilafi Akilani waan isaa d'ageennaani fuud'ani, Kara Waaqa haga qara ira barsiisani. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Tanaafi barsiisa qara ta Kristo lafa d'aamne, dura deemne ta hagasi ira jajabdu barachuu malle. Nu waan yayaba d'ugefacha teenna deebine keyannufi inqamnu; ta aka huji woma imbaane iraa deebiitifa Waaqa d'ugefacha fa barsiisa waan batisotiifi ta harka ira kayanifi kaisa nama duetiifi qorsuma hegeri d'uftu.