AABBO Waaqi waan gumi isaatini jed'e, Fulla woldeenna karaa ejaanja wo ilaala kara dullachaafi kara iraa dansa gaafad'a! kara suni gula yaa, nagaya argattani. Ammo worri waan jed'e, Hiyo nu kara suni gula iyyaanu.
Worri d'ufe waan isaani jed'ani, Aabbo, nu imbeenna aka atini nama d'uga, ka guddinna nama iyaalle; wonti akanatiifi atini fuula nama inilaaltu, ammo kara Waaqa akuma dansa nama barsiifta. Aki Kaisari damoosa baasani fullaa mo fullaaniti?
tatabe isa iraa fud'ate, ta gara maneeni Waaqa iti kad'atani dira Damaskiti t'aafani, aka yo nama Kara Aabbo gula yau achiti arge, d'iirafi nad'eenile, hid'e Yerusalemu geesu.