11 Inni dira suni keesa haga ganna tokofi jia jaa tae dubbi Waaqa worra barsiise.
Ergattuuni guyya heddu achi teete, waan Aabbo soda male dubbatte; ammalle Aabbooni dubbi eeba ufii d'ugeese, akheekhafi waan mama harka worraatiini tolche.
Anini si illakisu, wolumaani jirra, nami tokoleeni dandae woma si intolchu, anini nama heddu dira kana keesaa qaba.
Gaafa Galioni jaallaba Akafa, Yahudiini Paulo qabde fulla qorsuma geesite
Inni haga ganna lama ch'ufa akasi tolche, tanaafi nami Asia keesa jiru ch'ufti, ka Yahuditiifi Grikileeni, dubbi Aabbo d'agaye.
Tanaafi eegad'a, qaabad'a, aka anini haga ganna sadi halkaniifi guyya nama ch'ufa imimaaniini gorse.