Huji Ergattu 17:32 - KITAABA WAAQA32 Waan duisa keesaa kaiti d'ageennaani, nami gari goyeese, ka gari, Waan kana guyya d'ibi iti deebine sira d'ageenna jed'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Jari woi beekhu toko, ka Epikureofi Stoiko jed'ani, isaani dubbi morme. Nami gari waan jed'e, Namichi daallichi kunini maani jechu jira? Ammo ka gari waan jed'e, Inni nama waan waaqoota ka nami imbeenne hasau jiru fakaata. Wonti worri akana jed'eefi waan Pauloni waan Yesotiifi waan kaisa isaa worrati hasaeefi.