Huji Ergattu 13:19 - KITAABA WAAQA19 Inni gosa torba lafa Kanaani keesaa balleese, gumi ufi abbooti lafaa tolche. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja AABBO Waaqi keesani lafa isani fud'attani iti qubachu geetani tanaani isani d'ufe, inni gosa lafa suni keesa jirtu isani duraa baasa. Inni gosa torba gugurdo ta gosa teesani ira jirtuufi ta ammalle irre isani ira qabdu isani duraa baasa: gosa Hiti ta Girgashi ta Amori, ta Kanaani ta Perizi, ta Hivi ammalle ta Yebusi.