Huji Ergattu 13:17 - KITAABA WAAQA17 Waaqi gosa Israeli ababoota teenna fohate gosa jabdu tolche, gaafa worri aka keesuma lafa Misiri keesa tau. Inni harka jabaani lafa suni keesa worra baase, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.