Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Huji Ergattu 12:5 - KITAABA WAAQA

5 Tanaafi Petro hid'aansati lakisani, ammo gumiini guddo Waaqa isaa kad'atte.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Huji Ergattu 12:5
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ammalle waan anini isaniini jed'u, Yo isani nami lama lafa tana irati wold'at'ani, Abbaani kiyya ka gubba waan isani kad'attani isanii kenna.


Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime, aka nami guyya ch'ufa Waaqa kad'achu illakimne.


Ufi beennaani, mana Mariamu, haad'a Yohana, ka maqaani isaa d'ibiini Mariko jed'ani d'aqe, fulla nami hedduuni wolti woldae Waaqa kad'atu.


Qamnaani mana hid'aansa keesa kaye, harka askarti kud'ani jaati kenne, aka afuri afuriini isa tissani. Eegi jilti Pasaka dabarte, inni biyya durati isa baasu fed'e.


Halkani Herodeni sila biyya duraani isa d'ufu fed'u, Petroni jiddu askarti lama rafu jira. Haada lama ka sibiilatiini isa hid'ani, jari mana hid'aansa eegu balbala qorqorate.


Yo mitaani toko d'ukubde, nafi ch'ufti ind'ukubsata; yo mita toko ulfeesani, nafi ch'ufti gammada argata.


akuma isanileeni kad'acha teesaniini nu qarqaartani. Kara kanaani kad'acha heddu ta nuu kad'atani d'agayani, Waaqileeni nu eebisa; duuba nami hedduuni qonqo olfud'ate maro teennaafi galata deebisa.


Worra hid'aansa keesa jiru qaabad'a, aka waan hid'aansa keesa woliini jirtanu. Worra gaargala keesa jirule qaabad'a, aka waan ufile gaargalu jirtanu.


Tanaafi daba keesani wolti himad'a, Waaqa woli kad'ad'a, aka fayyitani. Kad'achaani nama d'ugaa waan jabdu, guddo wo baati.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ