18 Lafti bariinaani askartiini guddo bakhatte, waan Petroni tahe wolgaafatte.
Ammo inni harkaani akheekhe, Ch'allisa jed'eeni; duuba aka Aabbooni hid'aansa keesaa isa baase worrati hime. Ammalle waan worraani jed'e, Beena, waan kana Yakobofi oboleyaani taaniti hima. Inni duuba ufi kae gara d'ibi d'aqe.
Eegi Herodeni Petro barbaade d'abe inni nama isa qorqorate gaafate ijeecha iti mure. Eegi waan kana Herodeni Yudea keesaa deeme Kaisaria d'aqe tae.
Guddaani mana hid'aansa hiriiba keesa damannaani, balbala bana qabdu arge, waan nami hid'aansa keesaa baqate sehe, sheefti fud'ate ufi ijeesu fed'e.
Eegi waan kana gaargali guddaani, maro Kara Aabbootiifi, lafati bue.